LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Dubartoonni si gidduutti argaman ulfi isaan irraa hin baʼu yookiin dhabduu* hin taʼan;+ ani umurii dheeraa siifan kenna.*

  • Keessa Deebii 28:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Yihowaan biyya Yihowaan akka siif kennu abbootii keetiif kakate+ keessatti, ijoolleen kee fi horiin kee akka baayʼatan, oomishni lafa keetiis akka baayʼatu+ ni godha.

  • Faarfannaa 127:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Kunoo, ijoolleen* dhaala Yihowaa biraa argamani dha;+

      Firiin gadameessaas kennaa isaa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi