Keessa Deebii 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Achiis akkuma Waaqni keenya Yihowaan nu ajajetti Horeeb keessaa baanee, lafa onaa guddaa fi sodaachisaa taʼe+ isa karaa gara naannoo gaarotaa Amoorotaatti+ geessu sana keessatti argitan hundumaa keessa darbinee dhuma irratti gara Qaadesh Barneʼaa+ dhufne. Ermiyaas 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isaan, ‘Yihowaan eessa jira? Inni biyya Gibxiitii nu baase,+Inni lafa onaa keessatti,Biyya gammoojjii+ fi boolli itti baayʼatu keessatti,Biyya ongee+ fi dukkana cimaa keessatti,Biyya namni keessa hin deemne,Akkasumas namni keessa hin jiraanne keessatti nu geggeesse sun eessa jira?’ jedhanii hin gaafanne.
19 “Achiis akkuma Waaqni keenya Yihowaan nu ajajetti Horeeb keessaa baanee, lafa onaa guddaa fi sodaachisaa taʼe+ isa karaa gara naannoo gaarotaa Amoorotaatti+ geessu sana keessatti argitan hundumaa keessa darbinee dhuma irratti gara Qaadesh Barneʼaa+ dhufne.
6 Isaan, ‘Yihowaan eessa jira? Inni biyya Gibxiitii nu baase,+Inni lafa onaa keessatti,Biyya gammoojjii+ fi boolli itti baayʼatu keessatti,Biyya ongee+ fi dukkana cimaa keessatti,Biyya namni keessa hin deemne,Akkasumas namni keessa hin jiraanne keessatti nu geggeesse sun eessa jira?’ jedhanii hin gaafanne.