LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, Israaʼelonni duraa duuba adeemsa isaanii hordofanii lafa onaa Siinaa keessaa baʼanii deemuu jalqaban;+ duumessichis lafa onaa Phaaraan+ keessa ni qubate.

  • Keessa Deebii 8:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 garaan kee boonee+ Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase,+ 15 isa lafa onaa guddaa fi sodaachisaa taʼe keessa,+ bakka bofti summii qabuu fi torbaanqabaan* jirutti, lafa gogaa bishaan hin qabne keessas akka deemtu godhe sana akka si irraanfachiisu hin heyyamin. Inni qarsaa cimaa keessaa bishaan akka yaaʼu godheera;+

  • Ermiyaas 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Isaan, ‘Yihowaan eessa jira?

      Inni biyya Gibxiitii nu baase,+

      Inni lafa onaa keessatti,

      Biyya gammoojjii+ fi boolli itti baayʼatu keessatti,

      Biyya ongee+ fi dukkana cimaa keessatti,

      Biyya namni keessa hin deemne,

      Akkasumas namni keessa hin jiraanne keessatti nu geggeesse sun eessa jira?’ jedhanii hin gaafanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi