-
Keessa Deebii 7:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Yihowaan kan isin jaallatee fi kan isin filate+ isin saboota hundumaa irra hedduu waan turtaniif miti; saboota hundumaa irra lakkoofsi keessan xinnoo ture.+ 8 Kanaa mannaa, Yihowaan mana garbummaa fi humna* Faraʼoon mootii Gibxii jalaa isin furuuf+ harka jabaadhaan kan isin baase, Yihowaan waan isin jaallateef, kakuu abbootii keessaniif kakates waan eegeef ture.+
-
-
Hisqiʼel 36:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “Kanaafuu, mana Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Yaa mana Israaʼel, ani tarkaanfii kanan fudhadhu isiniif jedhee miti; kanaa mannaa, maqaa koo isa qulqulluu isa isin saboota gara isaanii dhaqxan sana gidduutti xureessitaniif jedheeni.”’+
-