9 Achiis akkana jedhe: “Yaa Yihowaa, ani si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, maaloo Yihowaa, saba didaa yoo taane iyyuu+ ati nu gidduu taʼiitii nuu wajjin deemi;+ dogoggoraa fi cubbuu keenya nuuf dhiisi;+ akka qabeenya dhuunfaa keettis nu simadhu.”