-
Keessa Deebii 12:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Isinis wanta ani isin ajaju hundumaa, jechuunis aarsaawwan keessan warra gubaman, aarsaawwan keessan warra kaan, kurnoowwan keessan,+ buusii harka keessan irraa kennitanii fi kennaa wareegaa Yihowaadhaaf wareegdan hundumaa gara bakka Waaqni keessan Yihowaan maqaan isaa achi akka jiraatuuf filatutti ni fiddu.+
-