LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isinis wanta ani isin ajaju hundumaa, jechuunis aarsaawwan keessan warra gubaman, aarsaawwan keessan warra kaan, kurnoowwan keessan,+ buusii harka keessan irraa kennitanii fi kennaa wareegaa Yihowaadhaaf wareegdan hundumaa gara bakka Waaqni keessan Yihowaan maqaan isaa achi akka jiraatuuf filatutti ni fiddu.+

  • Keessa Deebii 14:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Maallaqa sanaanis wanta barbaadde* akkamii iyyuu, jechuunis loon, hoolota, reʼoota, daadhii wayinii fi dhugaatii alkoolii kan biraa, akkasumas wanta barbaadde* kam iyyuu bitachuu dandeessa; atis maatii kee wajjin achitti Waaqa kee Yihowaa duratti ni nyaatta, ni gammaddas.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi