LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 11:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Uumamawwan lafa irra yaaʼan kana keessaa isa kam iyyuu nyaachuudhaan of* hin xureessinaa.+

  • Leewwota 20:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin horii qulqulluu fi horii xuraaʼaa gidduu, akkasumas simbirroo xurooftuu fi simbirroo qulqulluu gidduu garaa garummaan akka jiraatu godhaa;+ horii yookiin simbirroo yookiin wantoota lafa irra munyuuqan warra ani akka xuraaʼootti akka ilaalamaniif adda baase kamiin iyyuu of* hin xureessinaa.+

  • Hojii Ergamootaa 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Pheexiros garuu, “Yaa Gooftaa, hin taʼu; ani matumaa wanta xuraaʼaa fi wanta qulqulluu hin taane nyaadhee hin beeku” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi