LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Achiis Yihowaan Musee fi Aaroniin akkana jedhe: “Dambiin Faasikaa kana dha: Namni biyya ormaa kam iyyuu isa irraa nyaachuu hin qabu.+

  • Keessa Deebii 14:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Horii duʼee argame kam iyyuu hin nyaatinaa.+ Nama biyya ormaa magaalota* keessan keessatti argamuuf kennuu ni dandeessu; innis isa nyaachuu ni dandaʼa; yookiin nama biyya ormaatti gurguramuu ni dandaʼa. Sababiin isaas, ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha.

      “Ilmoo reʼee aannan haadha isaatiin hin affeelin.+

  • Keessa Deebii 23:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Nama biyya ormaa dhala kaffalchiisuu ni dandeessa;+ haa taʼu malee, Waaqni kee Yihowaan biyya dhaalaan fudhachuuf jettu keessatti hojii kee hundumaa irratti akka si eebbisuuf+ obboleessa kee dhala hin kaffalchiisin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi