Maatewos 26:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Guyyaa jalqabaa Ayyaana Maxinootti*+ barattoonni Yesuus gara isaa dhufanii, “Faasikaa akka nyaattu eessatti akka siif qopheessinu barbaadda?”+ isaan jedhan.
17 Guyyaa jalqabaa Ayyaana Maxinootti*+ barattoonni Yesuus gara isaa dhufanii, “Faasikaa akka nyaattu eessatti akka siif qopheessinu barbaadda?”+ isaan jedhan.