LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Jiʼa isa jalqabaatti, jiʼicha keessaa guyyaa 14ffaa galgalaa jalqabee, hamma jiʼicha keessaa guyyaa 21ffaa galgalaatti maxinoo ni nyaattu.+

  • Baʼuu 23:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ayyaana Maxinoo ni kabajja.+ Biyya Gibxii keessaa kan baate yeroo sanatti waan taʼeef, akkuman si ajajetti ati jiʼa Abiib*+ keessa yeroo murtaaʼetti guyyaa torbaaf maxinoo nyaatta. Eenyu iyyuu harka duwwaa ana duratti hin dhihaatin.+

  • Luqaas 22:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ayyaanni Maxinoo inni Faasikaa+ jedhamu dhihaatee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi