LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akkana jedhiitii guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbadhu: ‘Jiʼa kana keessaa guyyaa kurnaffaatti, tokkoon tokkoon isaanii mana abbaa isaaniitiif hoolaa+ tokko, jechuunis mana tokkoof hoolaa tokko haa fudhatan.

  • Baʼuu 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Jiʼa kana keessa hamma guyyaa 14ffaatti+ isa kunuunsaa; achiis guutummaan yaaʼii Israaʼel yeroo dimimmisaaʼu* isa haa qalu.+

  • Lakkoofsa 9:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelonni yeroo isaaf murteeffametti+ aarsaa Faasikaa haa qopheessan.+ 3 Isin jiʼa kana keessaa guyyaa 14ffaatti yeroo dimimmisaaʼu* yeroo isaaf murteeffametti isa qopheessaa. Akkaataa dambii fi sirna isaaf qophaaʼe hundumaatti isa qopheessaa.”+

  • Maatewos 26:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, barattoonni akkuma Yesuus isaan ajaje godhan; Faasikaas ni qopheessan.

      20 Yommuu dhihus+ inni barattoota isaa 12nii wajjin maaddiitti dhihaate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi