LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 14:17-21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Erga dhihee boodas, Yesuus barattoota isaa Kudha Lamaanii+ wajjin dhufe. 18 Utuu maaddiitti dhihaatanii nyaachaa jiraniis, “Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa inni anaa wajjin nyaatu tokko dabarsee na kenna”+ jedhe. 19 Isaanis baayʼee gaddanii, tokko tokkoon, “Ana taʼinnaa laata?” isaan jechuu jalqaban. 20 Innis akkana isaaniin jedhe: “Inni isa warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼee fi anaa wajjin saanii keessaa cuuphatu dha.+ 21 Ilmi namaa akkuma waaʼeen isaa barreeffametti ni deema; isa karaa isaa Ilmi namaa dabarfamee kennamu sanaaf garuu wayyoo!+ Namni sun utuu dhalachuu baatee isaaf wayya ture.”+

  • Luqaas 22:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, inni yeroo saʼaatichi gaʼu ergamootaa+ wajjin maaddiitti dhihaate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi