LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Guyyaa torbaaf aarsaa ibiddaan dhihaatu Yihowaadhaaf dhiheessaa. Guyyaa saddeettaffaatti walgaʼii qulqulluu kabajaa;+ aarsaa ibiddaan dhihaatus Yihowaadhaaf dhiheessaa. Guyyichi guyyaa walgaʼii qulqulluu ti. Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.

  • Leewwota 23:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Guyyaa jalqabaatti firii mukeetii gaggaarii, dameewwan muka meexxii,+ dameewwan mukeetii baala hedduu qabanii fi alaltuuwwan sululaa* ni fudhattu; guyyaa torbaafis Waaqa keessan Yihowaa duratti+ ni gammaddu.+

  • Nahimiyaa 8:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Guyyaa jalqabaatii kaasee hamma guyyaa dhumaattis, guyyaa guyyaadhaan kitaaba Seera Waaqa dhugaa+ irraa ni dubbifama ture. Isaanis guyyaa torbaaf ayyaanicha ni kabajan; akkuma Seerichi ajajuttis guyyaa saddeettaffaatti walgaʼii qulqulluun ni godhame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi