LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Saamuʼel yommuu Saaʼoliin argu, Yihowaan, “Namni ani, ‘Inni saba koo bulchu* isa dha’ jedhee sitti hime sun isa kana” isaan jedhe.+

  • 1 Saamuʼel 10:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yeroo kanatti Saamuʼel namoota sana hundumaatiin, “Nama Yihowaan filate kana ni argituu?+ Namoota kana hunda keessaa kan akka isaa hin jiru” jedhe. Namoonni sun hundis, “Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhanii iyyuu jalqaban.

  • 1 Saamuʼel 16:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isseyis nama ergee isa fichisiise. Inni diimaa, ijji isaa bareedaa, bifti isaas miidhagaa ture.+ Achiis Yihowaan, “Inni ani filadhe isa kana waan taʼeef, kaʼiitii isa dibi!” isaan jedhe.+ 13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi