LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 35:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Magaalota itti baqatan akka taʼaniif, Yordaanos gamanaan magaalota sadii,+ biyya Kanaʼaan keessattis magaalota sadii+ ni qopheessitu.

  • Iyyaasuu 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isaan Galiilaa ishii naannoo gaarotaa Niftaalemitti argamtu keessatti Qeedeshiin,+ naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin,+ akkasumas naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebrooniin kaayyoo kanaaf ni murteessan.*

  • Iyyaasuu 20:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Namni utuu itti hin yaadin nama* ajjeese kam iyyuu akka itti baqatuuf,+ akkasumas yaaʼicha duratti murtiidhaaf dhihaachuu isaa dura+ nama haaloo baʼu sanaan akka hin ajjeefamnetti, magaalonni Israaʼelota hundumaa fi nama biyya ormaa isaan gidduu jiraatuuf ramadaman kanneen kana turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi