- 
	                        
            
            Leewwota 25:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
44 Garboonni yookiin garbittiiwwan kee saboota naannoo kee jiran keessaa kan dhufan haa taʼan; isin isaan keessaa garbicha yookiin garbittii bitachuu ni dandeessu.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 25:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
46 Isin ilmaan keessan akka dhaala dhaabbataatti akka isaan dhaalaniif, garboota sana dhaalaan isaanitti dabarsuu dandeessu. Israaʼelota warra obboloota keessan taʼan hojjechiifachuu kan dandeessan taʼus isaan cunqursuu hin qabdan.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Iyyaasuu 9:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 Yeroo kanatti Iyyaasuun isaan waamee akkana isaaniin jedhe: “Isin as nu gidduu utuma jiraattanii, ‘Bakka isin irraa fagoo taʼe tokko irraa dhufne’ jettanii maaliif nu gowwoomsitan?+
 
 -