Keessa Deebii 24:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Namni tokko haadha manaa fuudhee wanta qaanessaa ishii irratti arguu isaatiin kan kaʼe yoo ishiitti gammaduu baate, waraqaa ragaa ishii hiikuu isaa argisiisu barreessee ishiidhaaf erga kennee booda+ mana isaatii ishii haa baasu.+
24 “Namni tokko haadha manaa fuudhee wanta qaanessaa ishii irratti arguu isaatiin kan kaʼe yoo ishiitti gammaduu baate, waraqaa ragaa ishii hiikuu isaa argisiisu barreessee ishiidhaaf erga kennee booda+ mana isaatii ishii haa baasu.+