LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Kana malees, ‘Namni haadha manaa isaa hiiku kam iyyuu, waraqaa ragaa ishii hiikuu isaa argisiisu haa kennuuf’+ jedhameera. 32 Ani garuu isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiiku hundi, ejjaaf akka saaxilamtu godha; namni dubartii hiikamte sana fuudhu hundis ejja raawwata.+

  • Maarqos 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Isaanis, “Museen waraqaa ragaa ittiin ishii hiiku ishiidhaaf kennee akka ishii hiiku heyyameera”+ jedhan.

  • Maarqos 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ishii irratti ejja raawwata;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi