LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+

  • Keessa Deebii 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Hin ejjin.+

  • 1 Tasalonqee 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kun fedhii Waaqayyoo waan taʼeef, qulqulloota taʼaa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+

  • 1 Tasalonqee 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Akkuma dursinee isinitti himnee fi cimsinee isin akeekkachiisne, Yihowaan* sababii wantoota kana hundumaatiif adaba waan fiduuf, dhimma kana ilaalchisee namni kam iyyuu daangaa isaa irra darbuu fi obboleessa isaa irraa buʼaa buufachuu hin qabu.

  • Ibroota 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi