-
Yohaannis 17:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Isaanis dhugaadhaan akka qulqullaaʼaniif, ani isaaniif jedhee of nan qulqulleessa.
-
-
Efesoon 5:25-27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Isin abbootiin manaa, akkuma Kiristoos gumii jaallatee fi ofii isaa dabarsee isaaf kenne,+ haadhotii manaa keessan jaallachuu keessan itti fufaa;+ 26 inni kana kan godhe gumicha bishaaniin, jechuunis dubbii Waaqayyootiin dhiqee qulqulleessuudhaan qulqulluu gochuufi;+ 27 kunis gumichi xuriin yookiin gogaa shuntuuraan yookiin wanti akkasii tokko illee utuu irratti hin argamin,+ qulqulluu fi hirʼina kan hin qabne+ taʼee akkuma miidhagina isaa eegetti isa duratti akka mulʼatuufi.
-