Baʼuu 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Hin ejjin.+ Leewwota 20:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+
10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+