LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 23:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Baalaaq Balaʼaamiin, “Wanti ati na irratti raawwatte kun maali dha? Ani diinota koo akka abaartun si fide; ati garuu isaan eebbiste malee wanta goote hin qabdu”+ jedhe.

  • Lakkoofsa 23:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis Baalaaq Balaʼaamiin, “Isa abaaruu hin dandeessu taanaan, isa eebbisuus hin qabdu” jedhe.

  • Lakkoofsa 24:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo kanatti Baalaaq akka malee Balaʼaamitti ni aare. Baalaaqis tuffiidhaan harka isaa walitti rukutee Balaʼaamiin akkana jedhe: “Ani kanan si waame diinota koo akka abaartuuf ture;+ ati garuu kunoo siʼa sadan kana isaan eebbiste malee wanta goote hin qabdu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi