-
1 Saamuʼel 14:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Haa taʼu malee Saaʼol, “Namni hamma galgalaatti, hamma ani diinota koo haaloo baʼutti waan tokko* illee nyaatu abaaramaa haa taʼu!” jedhee kakuu jala isaan galchee waan tureef, guyyaa sanatti namoonni Israaʼel baayʼee dhiphatan. Kanaafuu, namoota sana keessaa namni tokko illee homaa hin nyaanne.+
-