Leewwota 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “‘Yookiin namni* tokko, gaariis taʼe hamaa wanta tokko gochuuf jarjaree yoo kakate, sana booda garuu jarjaree kakachuu isaa yoo hubate, dhimmichi maal iyyuu yoo taʼe inni yakkamaa ni taʼa.*+ Lakkoofsa 30:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+ Keessa Deebii 23:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+
4 “‘Yookiin namni* tokko, gaariis taʼe hamaa wanta tokko gochuuf jarjaree yoo kakate, sana booda garuu jarjaree kakachuu isaa yoo hubate, dhimmichi maal iyyuu yoo taʼe inni yakkamaa ni taʼa.*+
2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+
21 “Waaqa kee Yihowaadhaaf wareega yoo wareegde,+ wareega sana raawwachuuf suuta hin jedhin.+ Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan wareega sana si irraa ni barbaada; kana gochuu baannaan garuu cubbuu sitti taʼa.+