Fakkeenya 22:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+23 Sababiin isaas, Yihowaan ofuma isaatiin isaaniif ni falma,+Warra isaan gowwoomsanis ni ajjeesa.* Yaaqoob 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+
22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+23 Sababiin isaas, Yihowaan ofuma isaatiin isaaniif ni falma,+Warra isaan gowwoomsanis ni ajjeesa.*
4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+