LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi.

  • Uumama 17:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Biyya nama biyya ormaa taatee keessa jiraatte,+ jechuunis guutummaa biyya Kanaʼaan sii fi sanyii kee warra si booda dhufaniif dhaala dhaabbataa taʼe godhee nan kenna; Waaqa isaaniis nan taʼa.”+

  • Uumama 26:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akka nama biyya ormaa taʼiitii biyya kana keessa jiraadhu;+ biyyoota kana hundumaa sii fi sanyii keetiif waanan kennuuf,+ ani sii wajjin nan taʼa, sin eebbisas; kakaa ani akkana jedhee abbaa kee Abrahaamiif kakadhes nan raawwadha:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi