Leewwota 26:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Ani karaa nyaata ittiin argattan yommuun cufu,*+ dubartoonni kudhan iddoo ibiddaa tokkittii keessatti nyaata keessan tolchanii madaalliidhaan isiniif ni hiru;+ isinis ni nyaattu, garuu hin quuftan.+
26 Ani karaa nyaata ittiin argattan yommuun cufu,*+ dubartoonni kudhan iddoo ibiddaa tokkittii keessatti nyaata keessan tolchanii madaalliidhaan isiniif ni hiru;+ isinis ni nyaattu, garuu hin quuftan.+