Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+ 1 Yohaannis 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+