LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, jalqaba irratti buufanni garee Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kaʼee ni deeme; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa garee sanaa ture.

  • Lakkoofsa 10:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Itti aansuudhaan buufanni garee Ruuben inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kaʼee ni deeme; Elizuur+ ilmi Shedeʼur ajajaa garee sanaa ture.

  • Lakkoofsa 10:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Itti aansuudhaan buufanni garee Efreem inni gosoota sadii qabate akka garee garee isaatti kaʼee ni deeme; Elishaamaan+ ilmi Amihuud ajajaa garee sanaa ture.

  • Iyyaasuu 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Iyyaasuun Ruubenotaan, Gaadotaa fi walakkaa gosa Minaaseetiin akkana jedhe:

  • Iyyaasuu 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haadhotiin manaa keessan, ijoolleen keessanii fi horiiwwan keessan biyya Museen Yordaanos irraa gamanatti*+ isiniif kenne keessa ni jiraatu; loltoonni keessan warri jajjaboon hundi+ garuu waraanaaf tarree galanii obboloota keessan dura gamatti haa ceʼan.+ Isinis isaan gargaaruu qabdu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi