- 
	                        
            
            Keessa Deebii 29:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Kanaafuu, wanti gootan hundi gaarii akka isiniif taʼuuf, dubbii kakuu kanaa eegaa; isaafis ajajamaa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Mootota 2:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Daandiiwwan isaa irra deemuudhaan, dambiiwwan isaa, ajajawwan isaa, murtiiwwan isaa fi yaadachiisawwan isaa warra Seera Musee keessatti barreeffaman eeguudhaan, dirqama Waaqa kee Yihowaa duratti qabdu raawwadhu;+ kana yoo goote wanta gootu hundaanis taʼe bakka deemtu hundatti milkaaʼina ni argatta.*
 
 -