Keessa Deebii 5:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Ammas yaa namoota nana, wanta Waaqni keessan Yihowaan isin ajaje of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Gara mirgaattis taʼe gara bitaatti hin gorinaa.+
32 Ammas yaa namoota nana, wanta Waaqni keessan Yihowaan isin ajaje of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Gara mirgaattis taʼe gara bitaatti hin gorinaa.+