-
Iyyaasuu 2:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yeroo kanatti namoonni sun, “Nuti lubbuu keessan oolchuuf lubbuu keenya ni kennina! Ati waaʼee hojii keenyaa hin dubbattu taanaan, yeroo Yihowaan biyyattii nuuf kennutti jaalala amanamaa fi amanamummaa sitti argisiisna” ishiidhaan jedhan.
-
-
Iyyaasuu 6:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Iyyaasuunis namoota lamaan warra biyyattii basaasanii turan sanaan, “Gara mana dubartii sagaagaltuu sanaa dhaqaatii, akkuma ishiidhaaf kakattanitti+ ishii fi wanta kan ishii taʼe hundumaa gad baasaa” jedhe.
-