Keessa Deebii 27:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Iddoo aarsaa isa kan Waaqa kee Yihowaa taʼe dhagoota hin bocamneen ijaari; achi irrattis Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaawwan gubaman dhiheessi. 7 Aarsaawwan gamtaa dhiheessitee+ achitti ni nyaatta;+ Waaqa kee Yihowaa durattis ni gammadda.+
6 Iddoo aarsaa isa kan Waaqa kee Yihowaa taʼe dhagoota hin bocamneen ijaari; achi irrattis Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaawwan gubaman dhiheessi. 7 Aarsaawwan gamtaa dhiheessitee+ achitti ni nyaatta;+ Waaqa kee Yihowaa durattis ni gammadda.+