Lakkoofsa 30:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+ Keessa Deebii 6:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Waaqa kee Yihowaa sodaadhu;+ isa tajaajili;+ maqaa isaatiinis kakadhu.+
2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+