-
Iyyaasuu 5:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Israaʼelonnis Gilgaal keessa buufatanii achuma turan; jiʼicha keessaa guyyaa 14ffaatti galgala gammoojjii Yerikoo keessatti Ayyaana Faasikaa ni kabajan.+
-
-
Iyyaasuu 9:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Isaanis gara Iyyaasuu isa buufata Gilgaalitti+ argamu keessa jiruu dhufanii, isaa fi namoota Israaʼeliin, “Nuti biyya fagoodhaa dhufne. Nuu wajjin kakuu galaa” jedhan.
-