Keessa Deebii 31:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Onnadhaa, cimaas.+ Isinii wajjin kan deemu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef, isaan duratti hin sodaatinaa yookiin hin romʼinaa.+ Inni isin hin dhiisu, isin hin gatus.”+ Iyyaasuu 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani onnadhu, cimis jedhee si hin ajajnee? Bakka dhaqxu hundumaatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin waan jiruuf, hin naʼin yookiin hin sodaatin.”+
6 Onnadhaa, cimaas.+ Isinii wajjin kan deemu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef, isaan duratti hin sodaatinaa yookiin hin romʼinaa.+ Inni isin hin dhiisu, isin hin gatus.”+
9 Ani onnadhu, cimis jedhee si hin ajajnee? Bakka dhaqxu hundumaatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin waan jiruuf, hin naʼin yookiin hin sodaatin.”+