-
Lakkoofsa 14:44, 45Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Haa taʼu malee, isaan of tuulummaadhaan gara fiixee gaarichaatti ol ni baʼan;+ taabonni kakuu Yihowaa fi Museen garuu buufaticha walakkaadhaa hin sochoone.+ 45 Achiis Amaaleqonnii fi Kanaʼaanonni warri gaaricha irra jiraachaa turan gad buʼanii isaan ni rukutan; hamma Hoormaattis akka bibittinnaaʼan ni godhan.+
-
-
Iyyaasuu 19:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Eeltoolaad,+ Beetul, Hoormaa,
-