LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 9:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaanii wajjin kakuu galanii guyyaa sadii booda, namoonni kun naannoo isaanitti dhihoo jiru keessa akka jiraatan dhagaʼan. 17 Achiis Israaʼelonni baʼanii guyyaa sadaffaatti gara magaalota isaanii ni dhufan; magaalonni isaaniis, Gibeʼon,+ Kefiiraa, Beʼeerotii fi Qiriyaat Yeʼariim+ turan.

  • Iyyaasuu 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Gosa Biiniyaamiif akka maatii maatii isaaniitti carraan ni baʼe; naannoon carraadhaan isaaniif baʼes saba Yihudaa+ fi saba Yoseef+ gidduu ture.

  • Iyyaasuu 18:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Daangaan sun kallattii dhihaatiin mallattoon itti godhamee, gaara isa karaa kibbaatiin fuullee Beet Hooronitti argamu irraa gara kallattii kibbaatti naannaʼee Qiriyaat Baʼaal, jechuunis Qiriyaat Yeʼariim+ ishii magaalaa Yihudaa taate biratti dhaabbata. Kun daangaa kallattii dhihaatiin argamu dha.

  • 1 Saamuʼel 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, namoonni Qiriyaat Yeʼariim dhufanii Taabota Yihowaa gara mana Abinaadaab+ isa tabba irratti argamutti geessan; ilma isaa Eleʼazaariinis Taabota Yihowaa akka eeguuf ni qulqulleessan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi