Lakkoofsa 33:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Jiraattota biyyattii hundumaa of duraa ariʼaa; dhagoota isaanii warra bocaman+ hundumaa fi siidaawwan sibiilaa*+ isaanii hundumaa balleessaa; iddoowwan waaqeffannaa isaanii warra ol kaʼoo hundumaas barbadeessaa.+ Lakkoofsa 33:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 “‘Jiraattota biyyattii of duraa hin ariitan+ taanaan garuu, warri akka jiraatan heyyamtaniif sun ija keessanitti akka huubaa, cinaacha keessanittis akka qoree ni taʼu; biyya keessa jiraattan keessattis isin ni dhiphisu.+
52 Jiraattota biyyattii hundumaa of duraa ariʼaa; dhagoota isaanii warra bocaman+ hundumaa fi siidaawwan sibiilaa*+ isaanii hundumaa balleessaa; iddoowwan waaqeffannaa isaanii warra ol kaʼoo hundumaas barbadeessaa.+
55 “‘Jiraattota biyyattii of duraa hin ariitan+ taanaan garuu, warri akka jiraatan heyyamtaniif sun ija keessanitti akka huubaa, cinaacha keessanittis akka qoree ni taʼu; biyya keessa jiraattan keessattis isin ni dhiphisu.+