Lakkoofsa 35:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Bakka namni utuu itti hin yaadin nama ajjeese* itti baqatu akka taʼanitti, magaalota itti baqatan taʼanii akka tajaajilaniif magaalota isiniif mijatan filadhaa.+ Lakkoofsa 35:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Magaalonni jaʼan kun Israaʼelotaaf, nama biyya ormaatiif,+ akkasumas qubataa isaan gidduu jiraatuuf, magaalota namni utuu itti hin yaadin nama ajjeese* kam iyyuu baqatee kooluu itti galu ni taʼu.+
11 Bakka namni utuu itti hin yaadin nama ajjeese* itti baqatu akka taʼanitti, magaalota itti baqatan taʼanii akka tajaajilaniif magaalota isiniif mijatan filadhaa.+
15 Magaalonni jaʼan kun Israaʼelotaaf, nama biyya ormaatiif,+ akkasumas qubataa isaan gidduu jiraatuuf, magaalota namni utuu itti hin yaadin nama ajjeese* kam iyyuu baqatee kooluu itti galu ni taʼu.+