-
Baʼuu 14:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Kanaafuu, utubaan duumessaa sun buufata warra Gibxii fi buufata Israaʼelotaa gidduu ni taʼe.+ Duumessi sun karaa isa tokkoon dukkana taʼee ture; karaa kan biraatiin immoo halkan ifni akka jiraatu godhee ture.+ Kanaafuu, halkan sana guutuu buufanni inni tokko gara buufata isa kan biraatti hin dhihaanne.
-
-
Baʼuu 14:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Museenis yeruma sana harka isaa galaanicha irratti diriirse; yommuu bariʼuuf jedhus, galaanichi akkuma isaa duriitti deebiʼe. Warri Gibxii irraa baqachuuf yommuu yaalanittis, Yihowaan warra Gibxii galaanicha gidduutti darbate.+
-