-
Lakkoofsa 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Haa taʼu malee, Naadaabii fi Abihuun yommuu lafa onaa Siinaa keessatti Yihowaa duratti ibidda isa hin heyyamamne dhiheessanitti+ Yihowaa duratti waan ajjeefamaniif, isaan ijoollee dhiiraa hin qaban turan. Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ garuu abbaa isaanii Aaronii wajjin luboota taʼanii tajaajiluu isaanii itti fufan.
-