LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 6:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Eleʼazaar+ ilmi Aaron ijoollee durbaa Putiʼel keessaa tokko ni fuudhe. Ishiinis Finahaasiin+ isaaf ni deesse.

      Kanneen kun akka maatiiwwan isaaniitti dura buutota manneen abbootii Leewwotaa turan.+

  • Abbootii Murtii 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Bara sanatti Finahaas+ ilmi Eleʼazaar, ilmi Aaron taaboticha duratti ni tajaajila* ture. Isaanis, “Namoota Biiniyaam warra obboloota keenya taʼan waraanuuf ammas deebinee dhaqnu moo dhiisnu?”+ jedhanii gaafatan. Yihowaanis, “Ani boru harka keessanitti dabarsee waanan isaan kennuuf, dhaqaa” jedhee isaaniif deebise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi