LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ani Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa Yaabiin taʼe gaariiwwan fardaa waraanaa isaa fi loltoota isaa wajjin laga* Qiishoon+ biratti gara keetti nan fida; harka keettis dabarsee isa nan kenna.’”+

  • Abbootii Murtii 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Siseeraanis yeruma sana gara laga* Qiishoon dhaquuf gaariiwwan fardaa waraanaa isaa hundumaa, jechuunis gaariiwwan fardaa warra haamtuu sibiilaa qaban* 900, akkasumas loltoota isaa wajjin turan hundumaa Harosheet ishii kan sabootaa taate irraa walitti ni qabe.+

  • Faarfannaa 83:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Akkuma Miidiyaan+ irratti goote,

      Akkuma laga* Qiishoon biratti Siseeraa fi Yaabiin irratti goote isaan irrattis godhi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi