LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 17:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis carraan sun sanyii Minaasee warra hafaniif, jechuunis ilmaan Abiʼezeriif,+ ilmaan Heleeqiif, ilmaan Asriʼeeliif, ilmaan Sheekemiif, ilmaan Hefeerii fi ilmaan Shemidaatiif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhiironni sanyii Minaasee warri ilmaan Yoseef taʼan akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan.+

  • Abbootii Murtii 6:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kanaafuu, Giidewon bakka sanatti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa kan ijaare yeroo taʼu, innis hamma harʼaatti Yihowaa Shaalom*+ jedhamee waamama. Iddoon aarsaa sun amma iyyuu Ofraa ishii kan Abiʼezerotaa taate keessa jira.

  • Abbootii Murtii 8:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Giidewon ilmi Yoʼaas bara dheeraa jiraatee umurii quufee ni duʼe; iddoo awwaalchaa abbaa isaa Yoʼaas isa Ofraa ishii kan Abiʼezerotaa+ taate keessatti argamutti ni awwaalame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi