Abbootii Murtii 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Boodas maleekaan Yihowaa dhufee+ muka guddaa Ofraa keessatti argamuu fi kan Yoʼaas Abiʼezerichaa+ taʼe jala taaʼe. Yeroo sanatti, ilmi isaa Giidewon+ warra Miidiyaan jalaa dhoksuuf jedhee iddoo wayinii itti cuunfanitti qamadii dhaʼaa ture. Abbootii Murtii 6:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, Giidewon bakka sanatti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa kan ijaare yeroo taʼu, innis hamma harʼaatti Yihowaa Shaalom*+ jedhamee waamama. Iddoon aarsaa sun amma iyyuu Ofraa ishii kan Abiʼezerotaa taate keessa jira.
11 Boodas maleekaan Yihowaa dhufee+ muka guddaa Ofraa keessatti argamuu fi kan Yoʼaas Abiʼezerichaa+ taʼe jala taaʼe. Yeroo sanatti, ilmi isaa Giidewon+ warra Miidiyaan jalaa dhoksuuf jedhee iddoo wayinii itti cuunfanitti qamadii dhaʼaa ture.
24 Kanaafuu, Giidewon bakka sanatti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa kan ijaare yeroo taʼu, innis hamma harʼaatti Yihowaa Shaalom*+ jedhamee waamama. Iddoon aarsaa sun amma iyyuu Ofraa ishii kan Abiʼezerotaa taate keessa jira.