Uumama 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture. Iyyaasuu 11:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Biyya Israaʼel keessatti Anaaqiim tokko illee hin hafne; isaan kan hafan+ Gaazaa,+ Gaatii+ fi Ashdood+ keessatti qofa ture.
19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture.
22 Biyya Israaʼel keessatti Anaaqiim tokko illee hin hafne; isaan kan hafan+ Gaazaa,+ Gaatii+ fi Ashdood+ keessatti qofa ture.