LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yommuu Israaʼelonni gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatanis,+ Yihowaan Israaʼelota oolchuuf fayyisaa tokko isaaniif kaase;+ innis Otniʼel+ ilma Qeenaaz yeroo taʼu, Qeenaaz obboleessa Kaaleb isa quxisuu dha. 10 Hafuurri Yihowaa isa irra ni buʼe;+ innis abbaa murtii Israaʼel taʼe. Yommuu inni waraanaaf baʼuttis Yihowaan Kuushaan Rishaataayim isa mootii Mesophotaamiyaa* taʼe harka isaatti dabarsee kenne; innis Kuushaan Rishaataayim irratti injifannoo argate.

  • Abbootii Murtii 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Dibooraanis Baaraaqiin, “Guyyaan Yihowaan Siseeraa harka keetti dabarsee itti kennu harʼa waan taʼeef, kaʼi. Yihowaan si dura baʼee ni deema mitii ree?” jette. Baaraaqis namoota isa duukaa buʼan 10,000 wajjin Gaara Taabor irraa gad ni buʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi