LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.

  • Iyyaasuu 21:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Walakkaa gosa Minaasee keessaa, Taʼaanaak+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Gaat Rimoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota lama isaaniif ni kennan.

  • Abbootii Murtii 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Taʼaanaak keessa laga Megidoo+ biratti,

      Mootonni dhufanii waraana banan;

      Mootonni Kanaʼaan waraana banan.+

      Garuu meetii boojiʼame tokko illee hin fudhanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi